(Oromedia – Fulbaana 16,2020) Manni murti dhadhacha tokkoffaa ramaddii Araadaa guyyaa harraa dhimma galaalchota ONN ilaale.
Dhaddecha kana irratti hidhamtoonni 22 akka dhihaatan hubatameera.
Manni murtiis galaalchota kunneen keessa,lamaan isaanif mirga wabii qarshii 4000n akka bahan murteesseera.
Haata’uutii, kanneen hafaniif Jimaatta dhuftuttiakka dhiyaataniif beellamamee jira.
Galaalchota mirgi wabii akka eegamuuf murtaa’e, Yasin Faris, kan haalaan dhukkubsatee jiruu fi Saboontuu Ahamad – ta’uun beekameera.
Hidhamtoota ONN kana irratti hanga ammaatti himanni ifatti dhihaate hin jiru.
Poolisiin amma illee qorannoo irra akka jiru amna murtiitti himeera.
Dhaddechichis galmee kana qoratee murtii kennuuf Jimaataa Fulbaana 18,2020tti beellamee jira.

By Oromedia

Oromedia is a non profit organisation established to provide news, views, information, to provide training, to create awareness to the Oromo community in Victoria focusing on a range of current and relevant issues of Oromo national interest. It provides news and views on topics ranging from arts, culture, history, politics, education, healthcare, business,, sports, technology and science. Oromedia is the strategic use of media to promote public debate, and generate community support for changes in community norms and policies. Working for the goals of safe, healthy and prosperous communities, identifying barriers to strategic policy implementation, and sharing current research through media that improve the world we live in. The purpose of Oromedia is to provide information, to connect people, to promote knowledge and advancement through collection, production and dissemination of information, providing training, organising information session forums with the aim of sharing information, education and experiences among nation.

One thought on “Galaalchotn ONN Dhaddechatti Dhiyaatan”
  1. […] (Oromedia – Fulbaana 16,2020) Manni murti dhadhacha tokkoffaa ramaddii Araadaa guyyaa harraa dhimma galaalchota ONN ilaale. Dhaddecha kana irratti hidhamtoonni 22 akka dhihaatan hubatameera. Manni murtiis galaalchota kunneen keessa,lamaan isaanif mirga wabii qarshii 4000n akka bahan murteesseera. Haata’uutii, kanneen hafaniif Jimaatta dhuftuttiakka dhiyaataniif beellamamee jira. Galaalchota mirgi wabii akka eegamuuf murtaa’e, Yasin Faris, kan haalaan dhukkubsatee jiruu fi Saboontuu Ahamad – ta’uun beekameera. Hidhamtoota ONN kana irratti hanga ammaatti himanni ifatti dhihaate hin jiru. Poolisiin amma illee qorannoo irra akka jiru amna murtiitti himeera. Dhaddechichis galmee kana qoratee murtii kennuuf Jimaataa Fulbaana 18,2020tti beellamee jira. […]

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *